Baga Gara Abbaa Taayitaa Seera Raawwachiisa Bulchiinsa Magaala Finfinneettii Nagahaan Dhuftan!.

Abbaa Taayitaa Seera Raawwachiisa

Magaalaa keenya qulqulluu, miidhagaa fi nagaa taasisuu

Komii / Gabaasa Galchuu Komii Kee Hordofi

Mul'ata

Bara 2022tti Magaalli Finfinnee kan cabiinsi seeraa itti hir'ate, Jiraattota isheef mijattuu akkasumas Magaalota Afrikaatiif fakkeenya taatee argamuu!.

Ergama

Hirmaannaa Hunda galeessa Uummataatiin Cabiinsa seeraa Ittisuu, too'achuu fi tarkaanfii fudhachuun Magaala Finfinnee jiraattota isheetiif mijataa, miidhagaa fi nagaha akka taatu gochuudha!.

Duudhaalee

  1. Olaantummaa seraatiif jabaatanii qabsaa'uu
  2. Itti-gaafatamummaa
  3. Hirmaannaa
  4. Faayidaa Uummataaf Dursa kennuu
  5. Tajaajiluu
  6. Amanamummaa
  7. Dhimma walootiif dhaabachuu

Tajaajila Keenya

Seerota, to'annoo fi tarkaanfiiwwan bulchiinsa magaalaa seera kabachiisuu waliin walqabatan irratti hawaasaa karaa adda addaa beeksisuudhaan.

Komii / Seera Cabuu Gabaasi

Gabaasni kee toora Admin Magaalaatti deema

193337
Enter the random number shown above to prove you are human.

Komii Kee Hordofi fi Yaada Kenni

Haala ammaa ilaaluu fi yaada kennuuf lakkoofsa bilbilaa kee galchi

193337